Fana: At a Speed of Life!

Fooramiin kantiibootaa Paarkii Inxooxxoo daawwachaa jiru

Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) – Fooramiin kantiibootaa projaktoota magaalaa Finfinneetti argamu daawwachaa jiru.

Itti Aantuun kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebee sagantaa har’aatiin mallattoo waliin dhaabbachuu, abdii fi Badhaadhina keenyaa kan ta’e paarkii inxooxxoo kantiibota magaaloota Itoophiyaa daaw’achiisneerra jedhan.

Paarkiin Inxooxxoo haala kanaan akka irraa bareeduu fi jiraattoota hedduuf iddoo haara galfii, bashannanaa fi paarkii carraa hojii heddu uume waan ta’eef, Inxooxxoowwan baay’ee biyya keenyatti uumuu akka nurra jiraatuu fi akka dandeenyuus walii galteerra ga’uu ibsaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.