Fana: At a Speed of Life!

Jilli fooramii misoomaa Oro-somaalee Finfinnee gale

Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC ) – Jilli fooramii misoomaa Oro-somaalee Finfinnee galeera.

Jilichi wayita buufata xiyyaaraa idil addunyaa Boolee ga’u preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallisa Abdiisaa dabalaatee anga’aoonni olaanoo naannichaa simannaa taasisaniiru.

Jilli Preezdaanti Mootummaa Naannoo Somaalee obbo musxafee mahaammad durfamu kun  fooramiin misoomaa Oro-somaalee hirmaachuuf guyyaa har’aa Finfinnee galeera.

Fooramichi dhimmoota waloo fi misooma naannolee lameeniirratti waliin hojjechuuf kan gargaaru yoo ta’u, fayyadamummaa ummatootaa lameenii mirkaneessuu, hariiroo gama lameenii cimsuuf ni tumsa jedhameera.

Dabalaa Taaddasaatu gabaase.

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;

Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.

Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa

Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.

 

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.