Fana: At a Speed of Life!

Fooramiin tumsa Diinagdee Itiyoo – Paakistaan Finfinneetti gaggeeffamuu eegale

Finfinnee, Caamsaa 19, 2016 (FBC) – Fooramiin tumsa Diinagdee Itiyoo – Paakistaan Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.

Ministira Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Obbo Gabramasqal Caalaa, Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoo dabalatee qooda fudhattoonnii fi abbootiin qabeenyaa Paakistaan 80 ol ta’an bakka argamanitti fooramichi gaggeeffamaa jira jedhame.

Fooramichi tumsaa biyyoota lamaanii gama Diinagdee fi Daldalaa caalmaatti ni cimsaan kan eegamu ta’uu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.