Fana: At a Speed of Life!

Gaanaan tapha Waancaa Addunyaa 22ffaa ala yoo taatu, Kooriyaan Kibbaa marsaa itti aanuuf dabarte

Finfinnee, Sadaasa 23, 2015 (FBC) – Poorchugaalii fi Kooriyaan Kibbaa tapha moo’atanii darbuu Waancaa addunyaa 22ffaaf darbaniiru.

Uraagaay goolii 2 fi 0n Gaanaa injifattus Kooriyaan Kibbaa Poorchugaal injifachuu isheen Gaanaa fi Uraagaay tapha moo’atanii darbuu Waancaa Addunyaa 22ffaa ala ta’aniiru.

Marsaa moo’atanii darbuuf ni dabartiin eegamaa kan turte Gaanaan osoo hin milkaa’iin hafteerti.

Kooriyaan Kibbaa goolii 2 fi 1 Poorchugaal injifachuun haala hin eegamneen tapha moo’anii darbuu Waancaa addunyaa 22ffaaf dabarteerti.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.