Fana: At a Speed of Life!

Gaazexeessitoonni biyyoota Afrikaarraa dhufan gola ambaa saayinsii daawwatan

Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Gaazexeessitoonni biyyoota Afrikaa garaagaraarraa dhufan gola ambaa saayinsii Ityoophiyaa tibban eebbifame daawwatan.

Gaazexeessitoonni kunneen biyyoota Gaanaa, Kaameeruun, Afrikaa Kibbaa, Niijeeriifi biyyoota biroorraa dhufuu eerameera.

Gaazexeessitoonni kunneen wanta arganitti gammaduu ibsuun, wanti argan Ityoophiyaan damee saayinsiif xiyyeeffannoo guddaa kennuu kan argisiisudha jedhan.

Muuxannoo gaariin kun biyyoota ardichaa biroo keessatti akka babal’atuuf gabaasaalee isaaniin kan hojjetan ta’uu dubbachuu TOI gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.