Fana: At a Speed of Life!

Gabiramadiin Haayilee Leenjisaa Olaanaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyalessaa Itiyoophiyaa ta’an

Finfinnee, Onkololeessa 23, 2016 (FBC)- Gabiramadiin Haayilee Leenjisaa Olaanaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyalessaa Itiyoophiyaa ta’uun mallatteessan.

Leenjisaa Gabiramadiin Haayilee garee Kubbaa Miilaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa (Waaliyaa) ta’uun waliigaltee mallatteessuu ragaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Waliigaltee waggaa tokkoof mallatteessaniin kilaba Itiyoophiyaa Madiin utuu hinlakkisiin dabalataan kan hojjetan ta’uun ibsameera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.