Fana: At a Speed of Life!

Galmeen kaadhimamtootaa guyyaa 4f dheerate

Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa galmeen kaadhimamtootaa guyyaa 4f dheeressuu beeksise.
Boordichi marsaa jalqabaaf naannoolee fi magaaalota galmee kaadhimama raawwatan jechuun;
Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee
Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dawaa
Naannoo Oromiyaa
Naannoo Beenishaanguul Gumuuz
Naannoo Gambeellaa
Naannoo Hararii galmee kaadhimamtoota hanga Gurraandhala 8-21, 2013tti akka raawwatan beeksisuu ni yaadatama.
Haata’utii boordichi guyyaa 4 dabaluun hanga Gurraandhala 25, 2013tti dheeressuu beeksiseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.