Fana: At a Speed of Life!

Gamaaggamni balaa tiraafikaa hir’isu dandeessisu gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Gurraandhala 9, 2012 (FBC)- Sababa rakkoo nageenya daandiiwwaniif balaa tiraafika qaqqabuu hir’isu dandeessisu gamaaggamni gaggeefama jiraachu Ministeerri Geejjibaa beeksise.

Gamaaggamichi naannoolee garagaraatti kan argaman daandiwwan dheerinaa kiilo meetira kuma 2 qaban irratti gaggeeffama jira.

Gamaggaamichaan daandiiwwan balaaf saaxilamoo dheerinaa kiilo meetira 500 adda ba’aniiru.

Ministerichaattii ogeessii olaanaan waajjiiraa nageenyaa daandii biyyooleessaa obboo Xilaahuun Galataa akka himanittii, hanqina daandiiwwan kanneen foyyeessuuf leenjii ogeessootaa keennama jira jedhan.

Gamaaggamni fi leenjiichi dhaabbaata idil addunya Ispeen Eepitisa waliin gaggeefama jira.

Tigist Abirhaamtu gabasee

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.