Fana: At a Speed of Life!

Gamaaggamni Raawwii Hojii Kurmaana 3ffaa Kilaasteera Bulchiinsafi Horataalee gaggeffame

Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) –Gamaaggamni Raawwii Hojii Kurmaana 3ffaa Kilaasteera Bulchiinsa fi Horataalee Mootummaa Naannoo Oromiyaa gaggeefameera.
Gamaaggamichi bakka Itti Aanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii argamaniitti gaggeeffameera.
Gamaaggamichan gabaasni baatiwwan saglan darbani sektaroota Kilaastarichaa dhiyaachuun irratti mari’atameera.
Akkasumas hanqinoonni mul’atanii fi ciminootni argaman kan adda bafaman yoo ta’u, kallattii fulduraa kaa’uun goolabamuu ragaan waajjira Pireezidaantii naannicharra argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.