Fana: At a Speed of Life!

Gamoon Waldaa Aksiyoonii Biiftuu Addunyaa eebbifame

Finfinnee, Amajjii 2,2012 (FBC)- Waldaan Aksiyoonaa Biiftuu Addunyaa gamoo Birrii miiliyoona 200 oliin Magaalaa Dirree Daawaatti ijaarsise eebbisiise.

Gamoon kun abbaa darbii 5 yoo ta’u lafa hektaara 3 irratti Birrii miiliiyoona 200 oliin ijaarramuu isaa ibsameera.

Gamichi guyyaa har’aa bakka Af-yaa’iin caffee Oromiyaa aadde Loomii Badhoo fi Itti gaafatamaan waajjira Giddugalessaa Paartii Badhaadhinaa Obbo Fiqaaduu Tasammaa argamanitti sirna hoo’aan eebbifameera.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.