Fana: At a Speed of Life!

Gamtaan Awrooppaa kiitoota miiliyoona 1.4 Afrikaaf deeggarsa taasise

Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC)- Gamtaan Awrooppaa Jarmaan waliin ta’uun kiitooaa  miiliyoona 1.4 Afrikaaf deeggarsa taasiseera.

Kiitonnii  qorannoo vaayrasii koroonaa kun Finfinnee kan galaan yoo ta’u, biyyoota Afrikaaf ni raabsamuu.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.