Fana: At a Speed of Life!

Garee jila Atileetiksii Itiyoophiyaaf sirni badhaasa kennuu gaggeeffame

Finfinnee, Hagayya 28, 2015 (FBC)- Garee jilaa Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Idil Addunyaa 19ffaarraatti hirmaataniif sirni badhaasa kennuu Masaaraa Mootummaa Biyyaalessaatti gaggeeffameera.

Sirna badhaasicharratti Pireezidaantii FDRI Saahilawarqi Zawudee dabalatee qondaaltonni olaanoo mootummaa fi maatiin Ispoortessistootaa argamaniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.