Fana: At a Speed of Life!

Garee Olompikii Itiyoophiyaa Olompikii Paarisirratti hirmaataniif sanadni waliigaltee eeyyama Istaadiyeemii mallattaa’e

Finfinnee, Sadaasa 8, 2016 (FBC) – Garee Olompikii Itiyoophiyaa Olompikii Paarisirratti hirmaataniif qophii Olompikichaaf sanadni waliigaltee eeyyama Istaadiyeemii Shaakalaa itti gaggeessanii mallattaa’eera.

Istaadiyeemii Magaalaa Paaris Kutaa magaalaa Antooniitti argamutti shaakala akka taasiisan waliigalteen mallattaa’eera.

Pireezidaantiin Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaa Gargaartuun Komishinaraa Atileet Daraartuu Tulluu fi Kantiibaan Kutaa Magaalaa Antoonii Zyaan Iiv Sonaaleen waliigalticha mallatteessaniiru jedhame.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.