Fana: At a Speed of Life!

Gareen ABUT Birrii biiliyoona 6 ol yakka akka itti hin raawwanne taasiifameera – Abbaa Alangaa Waliigalaa

Finfinnee, Eebila 19, 2013 (FBC) – Gareen ABUT erga haleellaa raawwatee eegalee karaa seeraan alaan maallaqa yakka ittiin raawwachuuf ture Birrii biiliyoona 6.7 ol akka itti hin fayyadamne taasiifamuu Abbaan Alangaa Waliigalaa Federaalaa beeksise.
Dabalataan Birrii miiliyoonni 97.5 karaa seeraan qaama dhimmi ilaallatuuf dhaalan akka darbu taasiifamuu ibseera.
Gareen ABUT erga Raayyaa Ittisa Biyyaa ajeja Kaabaarratti haleellaa raawwatee hojiin to’annoo fi hordoffii qabeenya miseensootaa fi dhaabbilee garicharratti taasiifameen bu’aa gaariin argamuu Abbaa Alangaa Waliigalaa Federaalaatti Daayreektarri Jeneraalaa qabeenya yakkaan argame deebisisaa obbo Alamaantee Ingidaaw himuu isaanii ragaan Abbaa Alangaa Waliigalaa Federaalaarraa argame ni agarsiisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.