Fana: At a Speed of Life!

Gareen Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa tapha gulaalli Waancaa Afrikaaf Kaayiroo gale

Finfinnee, Qaammee 1, 2015 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa gita isaa Ijibti waliin tapha gulaalli Waancaa Afrikaa taasisuuf Kaayiroo galeera.

Jilli taphattootaa fi hoggantootaa Gareen Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Kaayiroo galuu ragaan federeshinicharraa argame ni mul’isa.

Gareewwaan lamee kanaan dura taphaa taphataniin gareen biyyaalessaa Itiyoophiyaa 2 fi 0’n injifachuun kan yaadatamuudha.

Ta’us, Gareen Biyyaalesaa Itiyoophiyaa Giinii waliin taphaachuun injifatamuu hordofee hirmaannaa Tapha Waancaa Afrikaan ala ta’eera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.