Fana: At a Speed of Life!

Gareen kubbaa Miillaa Ityoophiyaa tapha ramaddii jalqabaa Waancaa Afrikaa har’a galgala taasisa

Finfinnee, Amajjii 1, 2014 (FBC) –  Gareen kubbaa Miillaa biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha ramaddii jalqabaa Waancaa Afrikaa har’a galgala sa’aatii 4:00 irratti ni taasisa.

Garichi garee gitasaa Keeppi Verdee waliin kan taasisu ta’uu ibsameera.

Ramaddicharraa Kaameeruunii fi Buurkinafaasoonn sa’aatii 1:oo irratti  tapha baniinsaa ni taasisu.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.