Fana: At a Speed of Life!

Gatiin gurgurtaa Boba’aa Qinxaaboo haaluma tureen itti fufa jedhame

Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Baatii Muddee keessa Gatiin gurgurtaa Boba’aa Qinxaaboo haaluma Baatii Sadaasaa keessa tureen kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldalaa fi Waliti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise.

Sadaasa 26, 2016 eegalee gatiin gurgurtaa boba’aa gosa hundaa haaluma Baatii Sadaasaan kan itti fufu ta’uu himeera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.