Fana: At a Speed of Life!

Gatiin gurgurtaa qinxaaboo boba’aa hanga Hagayya 30’tti gatii tureen itti fufa

Finfinnee, Adoolessa 26, 2015 (FBC)- Gatiin gurgurtaa qinxaaboo oomishaalee boba’aa hundaa hanga Hagayya 30, 2015’tti gatii baatii Adoolessaa gurguramaa tureen akka itti fufu Miniteerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise.

Fuulduratti gatii gabaa boba’aa idil addunyaa bu’uureffachuun fooyyessi barbaachisan kan taasifamu ta’uu ministeerichi beeksiseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.