Fana: At a Speed of Life!

Giddugaleessa Gondaritti ida’aamni bu’aawwan filannoo buufataalee 766 naannoo filannoo 9 keessatti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Waxabajjii 16, 2013 (FBC)- Naannoo Amaaraa giddu galeessa Gondaritti naannoo filannoo 9 keessatti bu’aawwan filannoo yeroo buufataalee filannoo 766 kan kaadhimamtoota bakka bu’uuota uummataati fi bakka bu’oota uumataaf dorgooman ida’aamni isaanii gaggeeffamaa jira.
Ida’aamni kun iddoo bakka bu’oonni paartiilee,fi taajjabdoonni argamanitti kan gaggeeffamaa akka jiru boordii filannoo biyyaaleessaatti qindeessaan boordii fiannoo giddu galeessa Gondar Dooktar Bisraategabr’eel Tasfaayeen kan himaniru.
Daagimaawwi Deeksisaatu gabaase
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf:-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.