Fana: At a Speed of Life!

Giddugalli leenjii Konteenjantii Huursoo Poolisoota naannoo Hararii leenjisaa ture eebbisiise

Finfinnee, Muddee 12, 2013 (FBC) – Giddugala Seera Kabachiisuu Raayyaa Ittisa Biyyaatti, wiirtuun leenjii Konteenjantii Huursoo Poolisoota naannoo Hararii leenjisaa ture eebbisise.

Eebbifamtoonni kunneen leenjii addaa jaaldhabdummaa fi eeggamsaa  fudhachuu isaanii Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa beeksisera.

Sirna eebbicharratti kan argaman Preezdaantiin naannoo Hararii obbo Oordiin Badirii eebbifamtoonni kunneen nageenya hoggantoota naannichaa mirkanneessuuf itti gaafatamummaa olaanaa qabaachuu dubbataniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.