Fana: At a Speed of Life!

Giddugaltummaa tokko malee bilisaan filannoo gaggeessaa jiraachuu jiraattoonni kutaa magaalaa Araadaa himan

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Giddugaltummaa tokko malee bilisaan filannoo gaggeessaa jiraachuu jiraattoonni magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Araadaa himaniiru.
Kutaa magaalichaa buufata filannoo 1/9tti sagaleen karaa nagaan kennamaa jiraachuu ibsameera.
Jiraattoonni kunneen dhiibbaa tokko malee bilisaan paartii isaan bakka bu’uuf sagalee laachaa jiraachuu Faanaa Broodkaasting Korporeetiif himaniiru.
Filannoo boodas qaamni moo’ate isaan akka bulchuuf qophii ta’uu ibsaniiru.
Tizzitaa Dassaalenyitu gabaase.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.