Fana: At a Speed of Life!

Gidduugalli Duultota Addaa Leenjii Loltummaa Bilaattee leenjitoota leenjii bu’uuraa fudhatan eebbisiise

Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC) – Gidduugalli Duultota Addaa Leenjii Loltummaa Bilaattee, miseensoota Raayyaa Ittisaa leenjii bu’uura loltummaa leenjisaa ture eebbisiise.
 
Eebbiffamtoonni kunneen dirqamaa itti kenamuu kamiiyyuu ga’umsaan bahachuun biyyaa isaani weerara biyyaa keessafi alaarraa dhufu hundaa qoolachuuf qophii ta’uus himaniiru.
 
Sirna eebba kanarrattis Preezedaantiin Naannoo Sidaamaa obbo Daastaa Leedaamoo, dabalatee hoggantoonni mootummaa naanichaa fi Raayyaa Ittisaa olaanoo argamaniiru.
 
Maddi:-TOI
 
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
 
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
 
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
 
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
 
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.