Fana: At a Speed of Life!

Giiftii Duree Zinaash Taayyachaw waajjira giiftii dureen mana barumsaa naannoo Beenishaanguul Gumuuzitti ijaarame eebbisiisuuf Asoosaa galan

Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC ) – Giiftii Duree Zinaash Taayyachaw waajjira giiftii dureen mana barumsaa naannoo Beenishaanguul Gumuuzitti ijaarame eebbisiisuuf Asoosaa galan.
Giiftii Duree Zinaash Taayyachaw waajjira giiftii dureen mana barumsaa sadarkaa 2ffaa naannoo Beenishaanguul Gumuuzitti ijaarame eebbisiisuuf Asoosaa galaniiru.
Giiftii Duree Zinaash wayita buufata xiyyaaraa haaromsaa Asoosaa ga’anitti preezdaantii naannichaa obbo Ashaadilii Hasan dabalatee hooggantoonni olaanoon simannaa taasisaaniiru.

 

Manneen barnoota kunneen baasii Birrii miiliyoona 13.8 kan ijaaramanidha.

Keessoo isaanitti gamoo bulchiinsaa, kutaalee barnootaa, kutaa laaboratoorii, mana kitaabaa, galma walgahii fi kanneen biroo ofkeessatti qabateera.

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;

Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.