Fana: At a Speed of Life!

Giiniin tapha nuusa xumuraaf dabarte

Finfinnee, Amajjii 19, 2016 (FBC)-Tapha Waancaa Afrikaa 34ffaan tapha mo’atanii darbuu gaggeeffameen Giiniin Ikkuwaatooriyaal Giinii 1 fi 0’n injifachuun tapha nuusa xumuraaf darbiteetti.

Hanga ammaatti Angoolaa, Naayijeeriyaa fi Giiniin tapha nuusa xumuraaf darbaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.