Fana: At a Speed of Life!

Godaantoota Eertiraa Tigiraayi jiranirratti haleellaan raawwatamu akka dhabbatu Ameerikaan hubachiiste

Finfinnee, Adooleessa 21, 2013 (FBC) – Hidhattonni garee shororkeessaa ABUT godaantoota Eertiraa Tigiraayi jiranirratti haleellaa raawwachaa jiran akka dhaban Ameerikaan hubachiiste.
Hidhattootaafi miliisha Tigraayin godantoota Eertiraarraatti dhiibbaafi doorsiisni raawwatamaa jiraachuu Mootummaan Ameerikaa ragaa qabatamaa argateera jedha ibsi ministeera dhimma alaa Ameerikaa irraa bahe.
Godantootarratti dhiibbaafi doorsiisni gahaa jiraachuun akka isaa yaachisu kan beeksise motummaan Ameerikaa,hidhattoonni naannoo Tigraayi dhiibbaa godantoota Eertiiraarraan gahaa jiran hatattamaan akka dhaaban gaafateera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.