Fana: At a Speed of Life!

Godina Booranaatti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 3 darbe

Finfinnee, Fulbaana 16, 2015(FBC)- Godina Booranaa magaala Yaaballoo iddoo addaa buufata Humna Ibsaatti konkolaataan FSR jedhamu garagaluun lubbuun namoota 3 darbe.

Balichaan namoota miidhaman  24 keessaa hanga ammaatti lubbuun namoota 3 darbuu Hogganaan Hoospitaala Waliigala Yaaballoo Obbo Areeroo Biqichaa himaniiru.

Sababni balichaa saffisa humnaa olii ta’uu to’attoonni tiraafikaa ibsuu OBN gabaaseera..

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.