Fana: At a Speed of Life!

Godina Booranaatti haati tokko yeroo tokkotti daa’imman afur deesse

Finfinnee, Mudde 9, 2016 (FBC) – Godina Booranaa Magaalaa Yaaballoo Hospitaalaa Waliigalaa Yaaballootti haati tokko yeroo tokkotti Daa’imma afur deesserti.

Haatii fi da’imman dhalatan kunneen haala gaarirra jiraachuu Hospitaalaa Waliigalaa Yaaballootti Ogeessi yaala fayyaa haadholii fi daa’imanii Dooktar Waariyoo Duulaan ibsaniiru.

Addis Tammiratitu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.