Fana: At a Speed of Life!

Godina Qellem Wallaggaatti filannoo marsaa 6ffaa kara nagaan gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)- Godina Qellem Wallaggaatti Filannoo marsaa 6ffaa karaa nagaan gaggeeffama jira jedhameera.

Godinichatti Buufataalee filannoo garagaraa irratti hawaasni karaa naga qabeessan filannoorratti hirmaachaa jiru jedhameera.

Filattoonni tokko tokkos haalli raawwachiistoonni filannoo keessummeessa jiran diimokiraatawaa ta’uu fi haala bilisa ta’een filachaa jiraachuu himaniiru.

Godinichatti rakkoo nageenyaa tokko malee filannichi geggeeffamaa jira jedhameera.

Jiraattoonni sagalee kennanis biqiltuu dhaabuudhaan duula ashaaraa magariisaarratti hirmaachuu ragaan kominikeeshinii godinichaarra argamee ni muul’dhisa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.