Fana: At a Speed of Life!

Godinichatti miseensonni Shanee 569 waamicha nagaa taasifameef fudhachuun mootummaatti harka kennatan

Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) – Godina Shawaa Bahaatti miseensonni Shanee 569 waamicha nagaa taasifameef fudhachuun mootummaatti harka kennatan.

Miseensonni Shanee kunneen dararaa uummata Oromoorratti raawwataa turanitti gaabbuu himanii ummata Oromoos tahe Mootummaa dhiifama gaafannee hojjennee guddina biyyaaf waan nurraa eegamu gumaachuuf murteessineerra jedhan.

Godinachatti Olaantummaa seeraa kabachiisuuf tarkaanfiin eegale cimee itti fufuu ragaan BKO irraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.