Fana: At a Speed of Life!

Guutinsi Bishaanii marsaa 2ffaan Hidha Haaromsaa hamma bishaanirratti dhiibbaa kan hin uumne ta’uu Sudaan ibsite

Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Guutinsi Bishaanii marsaa 2ffaan Hidha Haaromsaa hamma bishaanirratti dhiibbaa kan hin uumne ta’uu Daayreektarri Olaanaan Hidha Al Ruusaarees Hamiid Mohaammad Alii ibsaniiru.
Guutinsi Bishaanii marsaa 2ffaan Hidha Haaromsa Guddicha Ityoophiyaa eegalamus hamma bishaanii Laga Abbayyaarratti garaagarummaan muul’ise hin jiru jedhan.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.