Fana: At a Speed of Life!

Guyyaan sabaafi sablammootaa  Naannoo Afaaritti kabajamaa jira

Finfinnee, Sadaasa 21,2015 (FBC)- Guyyaan sabaafi sablammootaa  Naannoo Afaar magaalaa Samaraatti kabajamaa jira.

Sirna kabaja guyyichaarratti Pireezidaantii Naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaa dabalatee hoggantoonni olaanoon naannichaafi keessummoonni argamuu ibsameera.

Guyyichi sirnoota garaagaraan kabajamaa jiraachuu ragaan waajjira pireezidaantii naannichaarraa argame ni mul’isa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.