Fana: At a Speed of Life!

Guyyaan tapha Waancaa Afrikaa 2024 ifoome

Finfinnee, Bitootessa 22, 2015 (FBC)- ‘CAF’ baatii fi guyyaa taphni Waancaa Afrikaa bara Faranjootaa 2024 Kotdiivaaritti gaggeeffamu ifoomse.

Konfedereeshiniin Kubbaa Miilaa Afrikaa akka beeksisetti, dorgommiin Waancaa Afrikaa 2024 Amajjii 13 hanga Guraandhala 11, 2024 ni gaggeeffama.

Bu’uuruma kanaan Kotdiivaar yeroo 2ffaaf kan qopheessitu ta’uun ibsameera.

Hanga ammatti dorgommii gulaalliitiin Aljeeriyaa, Naayijeeriyaa, Morookoo, Seneegaalii fi Afrikaan Kibbaa dursanii dorgommichaaf darbuu mirkaneeffataniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.