Fana: At a Speed of Life!

Haroon Haramaayaa qulqulleeffame

Finfinnee, Gurraandhala 11, 2013 (FBC)- Qindeessummaa Bulchiinsa magaalaa Haramaayaa fi aanaa Haramaayaatin haroon Haramaayaa qulqulleeffameera.
Duula kanarrattis hojjeettoonni mootummaa, fi qaamoleen biroon hirmaataniiru.
Duulli qulqullinnichaa kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Haramaayaa obbo Mul’ataa Bushraa fi Bulchaa Aanaa Haramaayaa obbo Seeyfuddiin Amaan eegalchiisuu ragaan Waajjira Dhimmota Kominikeeshinii magaalaa Haramaayyaarra argamee ni muul’dhisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.