Fana: At a Speed of Life!

Hoggantoonni BCHUOO sosochii ‘Itiyoophiyaa qulqulluutti’ makaman

Finfinnee, Ebla 22, 2016 (FBC) – Hoggantoonni Biiroo Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaa Sosochii ‘Itiyoophiyaa Qulqulluu mata Duree ‘Daandii Qulqulluu –Jireenya fayyaa’ jedhuun Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ifoomsanitti makamaniiru.
Hogganaan biirichaa Injinar Eebbaa Garbaa Hawaasni Seektara Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa sadarkaan jiran Lakkoofsa Herrega Baankii Daldala Itoophiyaa 1000623230248 irratti deeggarsa barbaachisu taasisuun sagantichatti akka makamaniif waamicha dhiyeessuu ragaan BCHUOO irraa argame ni mul’isa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.