Fana: At a Speed of Life!

Hoggantoonni Mootummaa Naannoo Oromiyaa sosochii ‘Itiyoophiyaa qulqulluutti’ makaman

Finfinnee, Ebla 22, 2016 (FBC) – Hooggantoonni Mootummaa Naannoo Oromiyaa sosochii ‘Itiyoophiyaa qulqulluu” Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad mata duree ‘Daandii Qulqulluu -Jireenya Fayyaa” jedhuun ifoomsanitti makamaniiru.
Jiraattonni naannoo Oromiyaa Lakkoofsa Herrega Baankii Daldala Itoophiyaa 1000623230248 irratti deeggarsa barbaachisu taasisuun saganticha akka tumsan hoggantoonni kunneen waamicha dhiyyeessuu ragaan BKO irraa argame ni mul’isa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.