Fana: At a Speed of Life!

Hojiileen Misooma Qonnaa Naannoo Oromiyaatti hojjetamaa jiru kaka’umsa olaanaa nutti uume – Preezdaantota Naannolee

Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014(FBC) – Hojiileen Misooma Qonnaa Naannoo Oromiyaatti hojjetamaa jiru kaka’umsa olaanaa nutti uume jedhan Preezdaantoonni Naannolee daawwannaa oomisha Kilaasteraa daawwachaa jiran.

Preezdantiin Mootummaa Naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad Umar ,Preezdaantiin Naannoo Hararii obbo Oordiin Badrii fi Preezdaantiin Naannoo Gaambeellaa obbo Umood Ujuluu daawwannaa kanarraa muuxannoo guddaa argachuu ibsuu isaanii OBN gabaaseera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.