Fana: At a Speed of Life!

Hojiirra oolmaa imaammata misooma fayyaa keessatti waldaaleen ogeeyyi fayyaa gahee isaanii bahachuu qabu – Dooktar Maqdas Dhaabaa

Finfinnee, Caamsaa 7, 2016 (FBC) –Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan Pireezidaantoota Waldaalee Ogeeyii Fayyaa waliin mari’ataniiru.
Ministeerri Fayyaa Waldaalee fayyaa tajaajila fayyaa Itiyoophiyaa guddisuuf shoora qabaniif beekkamtii kan kennu ta’uu Dooktar Maqdas dubbataniiru.
Waldaaleen Ogeeyyii Fayyaa qulqullina tajaajila fayyaa guddisuu, hirmaanna hawaasa mirkannessuu fi deebii yeroo balaa kennamu cimsuuf ministeericha waliin tumsan akka hojjetan Dooktar Maqdas gaafachuu ragaan ministeerichaarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.