Fana: At a Speed of Life!

Hojjettoonni waajjira Muummee Ministiraa Paarkii Inxooxxootti biqiltuu dhaabaan

Finfinnee, Adooleessa 5, 2013 (FBC) – Hojjettoonni waajjira Muummee Ministiraa Paarkii Inxooxxootti biqiltuu kuma 3 ol dhaabuun Ashaaraa Magariisaa ka’aaniiru.

Waajjirichatti hojjettoonni kutaa garagaraarra hojjetan paarkii Inxooxxootti biqiltuwwan kuma 3 ol dhaabuun sagantaa ashaaraa magaarisaa mata duree ‘Ityoophiyaa haa uuwwisnuu’ jedhuun irratti hirmaataniiru.

Sagantaa dhaabbichaarratti kan hirmaataan ministir deettaan  waajjira muummee miistiraa obbo Warquu Guwaanguul, hojjettoonni kunneen waggootan lamaaf sagantaa ashaaraa magariisaarratti hirmaachaa turusaanii himaniiru.

Hojjettoonni waajjiricha biqiltuun bara kana dhaabaanis akka kunuunsaa himusaanii EBCn gabaaseera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.