Fana: At a Speed of Life!

Hojjettoota Ittisa Balaa lubbuu nama biroo baraaruuf lubbuu isaanii wareeganiif kabajatu mala – Aadde Adaanach Abeebee

Finfinnee, Caamsaa 6, 2015 (FBC) – Hojjettoota Ittisa Balaa lubbuu nama biroo baraaruuf lubbuu isaanii wareeganiif kabajatu mala jedhan Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen.

Guyyaan Ittisa Balaa fi Ibiddaa akka Ityoophiyaatti yeroo 2ffaa fi akka Addunyaa yeroo 24ffaaf kabajamaa jira.

Hojjettoota lubbuu nama biroo baraaruuf lubbuu ofii wareeganiif kabajatu mala jedhan kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen ergaa fuula miidiyaa hawaasummaa isaani dabarsaniin.

Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.