Fana: At a Speed of Life!

Humna addaa naannoo Somaalee waamicha biyyaaf deebii laachuuf socho’uuf gaggeessan taasiifame

Finfinnee, Adooleessa 11, 2013 (FBC) – Humna addaa naannoo Somaalee waamicha biyyaaf deebii laachuuf socho’uuf gaggeessan taasiifameera.

Saganticharratti Preezdaantii naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad fi itti gaafatamaa Paartii Badhaadhinaa Somaalee dabalatee, jaarsoolii biyyaa fi miseensonni kaabanee biyyattii argamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.