Fana: At a Speed of Life!

IGAD yaa’ii hogganootaa 38ffaa boru ni gaggeessa

Finfinnee, Muddee 10, 2013 (FBC) – Mootummoonni Misooma Baha Afrikaa IGAD boru yaa’ii hoggantootaa 38ffaa isaa ni gaggeessa.

Yaa’iin hoggantootaa kun boru Jibuutiitti kan gaggeeffamu yoo ta’u, dhimmoota haala yeroo naannichaa fi idila addunyaarratti xiyyeeffachuun marii ni taasisa jedhame.

Akkasumas dhimmoota weerara marsaa lammaffaa fi sadarkaa haalli nageenyaa Sudaan irratti argamu ilaalchisee marii ni gaggeessa jedhameera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.