Fana: At a Speed of Life!

Mariin ijaarsa hidha haaromsa ilaalchisuun guyyaa har’aa waajjira muummee ministiratti gaggeeffama jira

Finfinnee, Gurraandhala 9, 2012 (FBC) – Ijaarsa hidha haaromsa ilaalchisuun guyyaa har’aa waajjira muummee ministiratti gaggeeffama jira.

Marichi bakka muummeen ministira Dooktar Abiy Ahimad argamanitti gaggeeffama jiraachuun hiameera.

Maricharratti ministeroota, miseensoota koree waliigaltee, hayyoota, namoota beekamoo fi kutaalee hawaasaa garagaraa argamaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.