Fana: At a Speed of Life!

Imaammata albuudaa fi boba’aa irratti mariin gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) – Imaammata albuudaa fi boba’aa irratti mariin gaggeeffamaa jira.

Immaammata albuudaa fi boba’aa haaraa qophaa’a jiru irratti Finfinneetti mariin gaggeeffamaa jira.

Dameen albuudaa fi boba’aa hanga ammaa imaammata kan hin qabne si’a ta’u, damichi labsii fi qajeelfamaan gaggeeffamaa turuu ibsameera.

Marichaan booddee mana maree ministeerotaaf kan eragamu ta’a jedhameera.

Maricharratti Ministirri Albuudaa fi Boba’aa Injiinar Taakkalaa Uumaa fi Ministirri Maallaqaa obbo Ahimad Shidee dabalatee miseensoonnii fi hooggantoonni garee gorsaa maaykiroo ikonoomii aragamaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.