Fana: At a Speed of Life!

Imbaasiin Ityoophiyaa Naayiroobiitti argamu lammiilee 500 gara biyyaa deebisuufi

Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC)- Imbaasiin Ityoophiyaa Naayiroobiitti argamu lammiilee 500 buufata baqattootaa Daadaabirra gara Ityoophiyaa deebisuufi jedhameera.
Lammiileen gara Ityoophiyaa deebifamaan kunneen fedhii kan qabanidha jedhameera.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.