Fana: At a Speed of Life!

Ingilaandi 6 – 2 Iraan

Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Taphni waancaa Addunyaa 22ffaan Istaadiyeemii Idil addunyaa Kaliifaatti Ingilaandii fi Iraan gidduutti taphatame olaantummaa Ingilaandiin xumurameera.

Bukaayoo Saakaan daqiiqaa 42ffaa fi 62ffaarratti goolii lama, Juudee Beeliingihaam daqiiqaa 35ffaa,Raahiim Istaarliing daqiiqaa 45ffaa,Raashfoordi jijjiirramee seenuun daqiiqaa 71ffaa fi Giriilish daqiiqaa 89 ffaarratti goolii tokko tokko Ingilaandiif galchaniiru.

Taphataan sarara fuulduraa Iraan Taremi daqiiqaa 65ffaarratti taphaan, daqiiqaa dabalataarratti rukkuttaa bilisaan biyyaa isaaf goolii lama galcheera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.