Fana: At a Speed of Life!

Injiinar Taakkalee Uumaan filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaaf sagalee laatan

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Albuudaa fi Boba’aa Injiinar Taakkalee Uumaan filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaaf sagalee laataniiru.
Injiinar Taakkaleen dorgomtoota naannoo filannoo isaanirratti waliin dorgoman hundaaf carraa gaarii hawwaniiru qaban ibsaniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.