Fana: At a Speed of Life!

Irreechi Malkaa Asoosaa kabajame

Finfinnee, Onkololeessa 20, 2015 (FBC) – Ayyaanni Irreechaa Naannoo Beenishaangul Gumuz Hora Asoosaatti kabajameera.

Ayyaanichi karaa duudhaasaa eegeen kabajamuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannoo Beenishaangul Gumuzirraa argame ni mul’isa.

Sirna kabaja ayyaanichaarratti hoggantoonni olaanoon, Abootiin gadaa, haadholiin siinqee fi kutaaleen hawaasaa garaagaraa argamaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.