Fana: At a Speed of Life!

Irreechi Malkaa Soor kabajame

Finfinnee, Sadaasa 23, 2016 (FBC)- Ji’;a Sadaasaa kan Kabajamuu Irreechi malakaa Soorgodina Iluu abbaa Booritti Kabame.

Irreecha Malkaa Soor kabajame kanarrattis Abbootii Gadaa, Haadholii Siinqee fi hawaasni naannawichaa bal’inaan hirmaataniiru.

Barreessaan Gumii Abbootii gadaa Salgan Iluu Abbaan Malkaa Tasammaa Mulunee akka jedhanitti, Irreechi Malkaa Soor baranaa karaa duudhaa isaa eeggateen kutaalee hawaasa godinichaa argamaniitti kabajameera.

Hirmaattoonni sirnichaas Duudhaa Seenaa Oromoo jaarraa hedduuf dagatamee ture eegnee kunuunsuun dhaloota egereetti dabarsuu qabna jedhaniiru.

Irreechi Malkaa Soor nagaan kabajamee xumuramuu ragaan kominikeeshinii godinichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.