Fana: At a Speed of Life!

Irreessi Malkaa Dooshaa Asallatti kabajame

Finfinnee, Onkololeessa 25, 2016 (FBC)-Irreessi Malkaa Dooshaa Magaalaa Asallatti kabajameera.

Sirnicharratti Abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee, jiraattonni naannawa Magaalaa Asallaa fi naannawaashee argamaniiru.

Saganticharratti Abbootiin Gadaa fi Haadholiin Siinqee ergaa dabarsaniin, irreessi irree fi tokkummaa Oromoo kan calaqqisiisuudha jedhan.

Dhaloonni ammaas aadaa kana kunuunsee dhaloota dhufutti dabarsuu akka qabu dhaamaniiru.

Abdallaa Amaanii fi Gaashaawu Argawutu gabaase.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.