Browsing Category
Balballoommii fi yaada
Xiyaarri Boeing 737 Max yeroo ammaa nageenyummaansaa mirkana waan ta’eef balaliinsa eegaluu…
Finfinnee, Muddee 12, 2013 (FBC) – Hoogganaan Ejansii Nageenyummaa Aviyeeshinii Awurooppaa (EASA) Paatrik Ky akka himanitti, xiyaarri Boeing 737 Max yeroo ammaa nageenyummaansaa mirkana…
Dameen anniisaa guddichi Yuunayitiid Steet haakarootaan hatame
Finfinnee, Muddee 9, 2013 (FBC) -Dameen anniisaa guddichi Yuunayitiid Steet haakarootaan hatame
Jaarmiyaalee Yuunayitiid Steet gurguddoo tibbana haakarootaan hataman keessaa dameen…
Haakaroonni biiroo maallaqaa fi daladalaa Yuunaayitiid Isteet cabsanii seenan
Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) - Haakaroonni biiroo maallaqaa fi daladalaa Yuunaayitiid Isteet cabsanii seenan.
Yuunaayitiid Isteet erga haakaroonni toora waajjiraalee Maallaqaa fi…
Sudaan naannoo daangaa Ityoophiyaatti meeshaa waraanaa hedduu to’achuu beeksifte
Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC) –Sudaan naannoo daangaa Ityoophiyaatti meeshaa waraanaa hedduu to’achuu beeksifte.
Sudaan bulchiinsa isheetti meeshaa waraanaa gurguddoo garagaraa fi…
Fuula inistaagiraamii Phaaphaasi Firaansisin erga suurri modeelii ‘like’ godhamee qorannoon eegale
Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC) - Fuula inistaagiraamii Phaaphaasii Katoolikii Firaansisiin suuraan moodeelii Biraaziil 'like' godhamuun booda waldaan Vaatikaan qorannoo gaggeessaa…
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii seera Naayijeeriyaa keessatti dhiiroti gudeeddiin yakkaman haa…
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2013 (FBC) – Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii seera Naayijeeriyaa keessatti dhiiroti gudeeddiin yakkaman haa kolaafaman jedhu balaallefate.
Koomishinariin…
Godina Matakkalitti humnoota badii irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC)- Godina Matakkalitti humnoota badii irratti tarkaanfiin fudhatame.
Godina Matakkal aanoota garagaraa keessa socho’aa kan turan humnoota badii…
Giifti Duree aadde Zinnaashiin manni barumsa waliigalaa sadarkaa 2ffaa baasii Birrii miiliyoona 21…
Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC)- Giifti Duree aadde Zinnaash Taayyachaawtin godina Walloo kibbaa aanaa Albuukootti manni barumsa waliigalaa sadarkaa 2ffaa baasii Birrii miiliyoona 21…
Ministeerri Barnootaa Hoggantoota Olaanoo Biiroo Barnoota Oromiyaa waliin ta’uun qophii manneen…
Ministeerri Barnootaa Hoggantoota Olaanoo Biiroo Barnoota Oromiyaa waliin ta’uun qophii manneen barnoota daawwatan
Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC)- Ministeerri Barnootaa Dooktar…
Wallagga Bahaa aanaa Waayyuu Tuqaatti Boqqoolloon Kilaasteraan misoome daawwatame
Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Wallagga Bahaa aanaa Waayyuu Tuqaatti Boqqoolloon Kilaasteraan misoome daawwatameera.
Godina Wallagga Bahaatti Boqqoolloo lafa hektaara…